top of page

Baga nagaan dhuftan! - Willkommen!

Interkulturelle Arbeit mit oromosprachigen Christinnen und Christen

2021-12.jpg

(26.12.2021) Guyyaa harr'aa Waldaan Oromoo Warra Wangeelaa Luuteraanii Nürnberg guyyaa dhaloota gooftaa keenya Yesus Kristos ayyaaneefatte. Daa‘mman fakkii Dallaa horii bakka Yesus itti dhalate halluu garaagaraan miidhegsanii isa booda immoo fuulduratti ba'anii suurichas amantootaaf ibsan. - Heute hat die Oromo evangelische lutherische Gemeinde in Nürnberg die Geburt Jesu Christi gefeiert. Die Kinder haben die Bilder der Krippe mit bunten Stiften ausgemalt und danach das Bild den Gottesdienstbesuchern erzählt.

Mulugeta  Giragn Aga

Pfarrer

20210423_160019.jpg

Einzeln sind wir
Worte, zusammen ein Gedicht

 

Kopha kophaatti nut jechoota, waliintaanee walaloodha

(Georg Bydlinski)

Hojii aadaa gargarii keessatti Kristiyaanota afaan Oromoo dubbatan waliin hojjetamu

Lubni Mulugeta Giragn Aga waldaa warra wangeelaa Luuteraanii St. Luqaas Schweinfurt keessatti luba ta’uu cinatti torbanitti sa’a 3 immoo soora jireenya hafuuraa fi waaqeffannaa ilaalchisee Oromoota Luuteraanii Bayern keessa jiraatan, irra jireessaan dargaggoota Itiyoophiyaa irraa baqatanii magaalaa Nürnberg jiraatan kan gargaaranii dha.

Quunnamtii Kara  E-Mail

Odeefannoo ho’aa 

Waaqeffannoota:
 

  1. Nürnberg
    Waaqeffannaa Afaan Oromoo kan Waldaa Amantoota Warra Wangeelaa St. Jakob, Jakobsplatz 1, 90402 Nürnberg
    Sanbataguddaa hundumaa sa’a 13 irraa kaasee Galma Waaqeffannaa Waldaa Yaaqob (Darbii 2ffaa)
    Ittigaaftamaan: Koree Waaqeffannaa geggeessaa Luba Mulugeta Giragn Aga jalatti hojjetu 

     

  2. München
    Waaqeffannaa Afaan Oromoo bakka Waldaa Warra Wangeelaa Luuteraanii Waldaa amantootaa Kreuzkirche, Hiltenspergerstr. 55, 80796 München 
    Sanbataguddaa hundumaa, sa’a 14 
    Ittigaafatamaan: Maangudoota Waldaa Oromoo geggeessaa Menbere Tesfaye (Durateessuu) jalatti, gargaarsa Soortuu: karaa Luba Merga Negeri (Frankfurt a.M.) 

Waan toora Interneta Keessaa gad buufachuun danda’amu:

Sarara Interneetaa:
 

Interkulturelle Arbeit mit oromosprachigen
Christinnen und Christen

Pfarrer Mulugeta Giragn Aga ist Gemeindepfarrer in der Evang.-Luth. Kirchengemeinde St. Lukas in Schweinfurt mit einem zusätzlichen Dienstauftrag im Umfang von 8 Stunden/Woche für die seelsorgerliche und gottesdienstliche Begleitung lutherischer Oromos (überwiegend junge Geflüchtete aus Äthiopien) in Bayern, mit Schwerpunkt auf den Großraum Nürnberg.

Kontakt per E-Mail

Aktuelle Informationen
 

Gottesdienste:
 

  1. Nürnberg
    Oromosprachige Gottesdienste der Evang.-Luth. Kirchengemeinde St. Jakob, Jakobsplatz 1, 90402 Nürnberg
    Jeden Sonntag, 13 Uhr im Gemeindesaal der Jakobskirche (2. Stock)
    Verantwortlich: Ein Gottesdienstteam unter der Leitung vom Pfr. Mulugeta Giragn Aga

     

  2. München
    Oromosprachige Gottesdienste an der Evang.-Luth. Kreuzkirche München, Hiltenspergerstr. 55, 80796 München
    Jeden Sonntag, 14 Uhr
    Verantwortlich: Oromo-Ältestenkreis unter der Leitung von Menbere Tesfaye (Vorsitzende), pastorale Begleitung durch Pastor Merga Negeri (Frankfurt a.M.)

Materialien:
 

Hier eine Auswahl von Materialien zum Download:

Links:
 

bottom of page